Cholle Tech Telegram channel photo

Cholle Tech

@cholletechपब्लिक चैनल

Your Gateway to the Tech World. 📱 Mobile Tips & Tricks | 🔒 Privacy Updates | 🎓 Educational Ops Level up your digital life with us! Buy ads: https://telega.io/c/Cholletech

104

Last views

10.8k (10,787 subscribers)
सदस्य
—
Rating
39
Total Posts
Oct 17, 2026, 7:11 AM
अपडेट किया गया
Apr 25, 2026
Created
Stats

आप हिंदी में सामग्री देख रहे हैं। अन्य भाषाओं में सामग्री देखने के लिए साइट की भाषा बदलें।

चैनल जानकारी

चैनल जानकारी
चैनल का नामCholle Tech
यूज़रनेम@cholletech
श्रेणीटेक न्यूज़
भाषाहिन्दी
देशभारत
सदस्य10,787
चैनल प्रकारपब्लिक चैनल
बनाया गया25 अप्रैल 2026
आखिरी अपडेट17 अक्टू॰ 2026 • 7 दिन पहले
स्थितिसक्रिय

रैंकिंग

ग्लोबल रैंकिंग
#236821+197
भाषा रैंकिंग
#1575-1
श्रेणी रैंकिंग
#2292+8

सब्सक्राइबर वृद्धि

कुल: 10.8K30 Days growth: -530.5%
09/1809/2309/2810/0310/0810/1310/17
सब्सक्राइबर वृद्धि - 30 Days
DateSubscribers
18:09:202610,840
19:09:202610,784
20:09:202610,784
21:09:202610,784
22:09:202610,784
23:09:202610,784
24:09:202610,784
25:09:202610,784
26:09:202610,784
27:09:202610,784
28:09:202610,784
29:09:202610,784
30:09:202610,784
01:10:202610,784
02:10:202610,784
03:10:202610,784
04:10:202610,784
05:10:202610,784
06:10:202610,784
07:10:202610,784
08:10:202610,784
09:10:202610,784
10:10:202610,784
11:10:202610,784
12:10:202610,784
13:10:202610,784
14:10:202610,784
15:10:202610,784
16:10:202610,784
17:10:202610,787
सब्सक्राइबर वृद्धि - Weekly
DateSubscribers
Week of 20:04:202611,088
Week of 27:04:202611,088
Week of 04:05:202611,030
Week of 11:05:202611,030
Week of 18:05:202611,030
Week of 25:05:202611,030
Week of 01:06:202611,030
Week of 08:06:202611,030
Week of 15:06:202611,030
Week of 22:06:202611,030
Week of 29:06:202611,030
Week of 06:07:202610,764
Week of 13:07:202610,764
Week of 20:07:202610,764
Week of 27:07:202610,764
Week of 03:08:202610,764
Week of 10:08:202610,764
Week of 17:08:202610,871
Week of 24:08:202610,871
Week of 31:08:202610,832
Week of 07:09:202610,840
Week of 14:09:202610,784
Week of 21:09:202610,784
Week of 28:09:202610,784
Week of 05:10:202610,784
Week of 12:10:202610,787
सब्सक्राइबर वृद्धि - Monthly
DateSubscribers
April 202611,088
May 202611,030
June 202611,030
July 202610,764
August 202610,871
September 202610,784
October 202610,787
सब्सक्राइबर वृद्धि - Yearly
DateSubscribers
202610,787

नवीनतम पोस्ट

Cholle Tech logo
Cholle Tech

20 अक्टू॰ 2026, 00:31

Dhaabbanni META fuula facebook tokko verify gochuuf haal dureewwan barbaachisoo ta'an dursee ilaala. Isaan keessaas:

1. Akkuma beekamu dhaabbanni META biyya keenya keessatti biiroo banatee hin qabu. Kanaafuu "feature'n" kan verification kallattiidhaan biyya kana keessatti nama dhaabbaticha bu'een hojjetamaa hin jiru jechuudha. Kanaafuu yoo xiqqaate asuma ollaa keenya KENYA tu "Verify" nuuf gochuu danda'a. Namooota "WAITLIST" jala jiran kanneen Afrikaa Bahaa jiran gara KENYA tti erga jechuudha.

2. Yemmuu namni tokko fuula facebook isaa verify godhu profile isaa kanneen akka ID, suura isaa fi wantooota barbaachisantu guutamuu qaba. Kanas dhaabbatichi sirnaan ilaala. Hamma ulaagaa sirrii argatutti VERIFY gochuuf ni rakkata jechuudha.

3.Maamilli baay'achuu irraa kan ka'e, dhaabbatichi BUSY ta'uu mala. Akkuma addunyaatti FACEBOOK tokkicha qofatu jira. Kanaafuu fayyadamootota 3.12bln ta'antu yaadota garaa garaa dhiyeessaa oola waan ta'eef kana hunda al takkaatti keessuumeessuufis ulfaachuu mala.

4. Barri bara AI waan ta'eef qaamni VERIFICATION gaafate kun namamoo scammeriidha isa jedhu adsa baasuufis tursuu danda'a.

AKka furmaataatti

1. Dhaabbatichi silaa damee isa akkuma NAIROBI irraa qabu, as FINFINNEETTIS utuu banatee gaarii dha. Rakkoowwan hedduutu furama. Carraa hojii hedduu illee ni dargaggootaaf ni uuma.

2. Gaafa foormii guuttan profile keessan isa dhugaa fi akka mul'achuu danda'utti guutuu

3.Maxxansaalee garaa itti fufinsa qabu maxxansuu, wantoota maxxanfaman keessa ammoo haasaa jibbinsaa, arrabsoo, waan sanyummaa wajjin walqabatee tokko jibbee tokko leellisu, oduu sobaa, fi k.k.f maxxansuu dhiisuu

4. Two-factor authentication qabaachuu

5. Application facebook UPDATED ta'e fayyadamuu.

#Cholletech #Facebook #techinfo #metaverify
104005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

18 अक्टू॰ 2026, 10:45

Photo1/4
✅Saamtota/Scammers Qabaman!

Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa maallaqa biiliyoona 200 oli karaa mobaayilii baankiitiin lammiilee 658 ol gowwoomsuun Namoota shakkaman 37 to’annoo jala oolche!

⚠️ Maloota itti Isaan nama gowwoomsaa turan Gurguddaa:
* 📞 "Badhaasni si qaqqabeera"
* 📞 "Siistima baankii mobaayilii sii haaromsaa jirra"
* 📞 "Herrega baankii kee odeeffannoo Fayiidaa wajjin wal qabsiisuufi" jechuudhaan bilbilii Password, OTP, PIN fi odeeffannoo icciitii biroo gaafachuun saaman.
*
🤦‍♂️Namoonni kun Konkolaattota 9, Bilbiloota 114 fi Sim Kaardiiwwan 478 waliin qabaman.
Hubachiisa: Baankonni kamiyyuu bilbila dhuunfaatiin bilbiluun odeeffannoo icciitii hin gaafatan!
📞 Miidhaan akkasii yoo ga’e eenyutti iyyachuu dandeessu?
* EFPApp
* Lakkoofsa bilbilaa: 991
* SPS akkasumas qaamaan Biiroo Qajeelcha Olaanaa Qorannoo Yakkaatti dhihaachuun eeruu kennaa!
#Cholletech #scammers
187005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

16 अक्टू॰ 2026, 13:19

Photo1/2
💻 #Laptop Keenya Yoo Sagalee Uursaa Dhageessise Maal Gochuu Qabna?
Laptop yeroo hojjetu sagalee hin baramne yoo dhageessise, sababoota armaan gadii qabaachuu danda’a.
🔹 1. Fan (Cooling Fan): Daaraan yoo keessa guute ykn fan-n yoo manca’e sagalee uursaa dhageessisuu danda’a.
🔹 2. Hard Disk (HDD): Sagalee cuqaasuu ykn rukutuu yoo dhageessise, hard disk rakkoo qabaachuu danda’a. Daataa keessan battalumatti backup godhaa.
🔹 3. Overheating: Laptop garmalee yoo ho’e, fan-n saffisa guddaan naanna’ee sagalee uursaa dhageessisuu danda’a.
🔹 4. Charger: Charger irraa sagaleen hin baramne yoo dhaga’ame, keessumaa urgaa gubachuu ykn ho’a garmalee waliin yoo ta’e, itti fayyadamuu dhaabaa.
✅ #Gorsa Smart IT Solutions:
✔️ Laptop keessan yeroo yerootti qulqulleessaa.
✔️ Bakka qilleensi itti seenuu fi bahu hin cufinaa.
✔️ Sagalee cimaa yoo dhageessitan, ogeessa IT bira geessaa.
✔️ Sagalee cuqaasuu cimaa yoo dhageessitan, daataa keessan eeggadhaa.
240007
Cholle Tech logo
Cholle Tech

16 अक्टू॰ 2026, 12:04

🔐 Password WiFi Kompitara Keenya Irraatti Save goonee turre, yoo irraanfanne  Akkamitti argachuu dandeenya?

Yoo passwordi WiFi keenyaa dura kompitara keenya irratti connect goonee turre ta'ee fi password isaa irraanfanne ta’e, akkamiin password sana software tokko malee argachuu akka dandeenyu step armaan gadii hordofuun argachuu dandeenya.

✅ Step isaatis;

1️⃣ CMD jechuun kompitara keenya irratti barbaaduun banuu.

2️⃣ itti aansee Command kana barreessuun Enter goona:
netsh wlan show profiles

👉 WiFi dura ittiin connect goone hunda nutti agarsiisa.

3️⃣ WiFi tokko password isaa argachuuf, kan kanaa gadii barreessaa:
netsh wlan show profile name="MaqaaWiFi" key=clear

📌 “MaqaaWiFi” bakka jirutti maqaa WiFi keessan galchaa (fakkeenyaaf "Abdii").

4️⃣ Erga enter goonee booda, "Key Content"jala password WiFi keenyaa arganna.

💡 Fakkeenya: netsh wlan show profile name="Abdii" key=clear

#TechTips #WiFi #CholleTech #WindowsTricks #SearchPassword
198004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

11 अक्टू॰ 2026, 16:32

Photo1/2
✅️ Conference call 📞/multi-party call

✍️Conference call jechuun Taajajila bilbilaan yeroo tokkotti namoota 2 fi isaa ol wajjiin haasawuu nu dandeessisudha. Hiriyyoota , maatii keesan ykn dhimma hojiitiif sa'aati dheraa iddoo gargaaraa taa'anii karaa bilbilaatiin namoota hedduu wajjiin haasawuun akka danda'amu beektuu? Yoo hin beeknee ta'e step asii gadii kan hordofuun taajajilicha fayyadamuu dandeessu.

👉Step1. Jalqaba nama tokkotti bilbiluun hanga inni kaasutti eegdu

👉Step2. Nama sanis akka toora irratti isin eegu itti himtu

👉Step3. Bilbila keessan irratti iddoo 'Add call' jedhuun nama lammataaf bilbiltu. Ammas nama biraa yoo dabaluu barbaaddan akkasuma gootu.

👉Step4. Dhumaratti namoota itti bilbiltan kun hunduu akka wal dhagahuuf "merge call' kan jedhu filattanii namni hunduu akka wal dhagahu gochuun fayyadamuu dandessu Bifuma saniin hanga namoota shanii (5) irratti bilbiltanii nama jaha(6) taatanii wajjiin haasawuu dandeessu.

#Cholletech #TechNews #Conferencecall #techtips
3520010
Cholle Tech logo
Cholle Tech

10 अक्टू॰ 2026, 12:47

Photo1/2
📶 Mobile Data yoo nuuf hojjachuu dide haala salphaan akkamitti sirreessuu dandeenya?

Qarshii ykn Data package osoo qabnu daataa yeroo ibsinu yoo nuuf hojjachuu dide haala armaan gadiitiin sirreessuu dandeenya.​

✅​Airplane Mode Banuu fi cufuu፦ Airplane Mode bilbila keenyaa second 5 banuudhaan cufuu, kunis networkiin bilbila keenyaa tele antenna wajjiin akka haaromu (reset) taasisa.

✅​APN Check gochuu፦ Settings > Mobile Networks > Access Point Names (APN) kessaa seennee sarara ethiotelecom yoo ta'e APN kan jedhu irratti etc.com ykn live.et jennee sirreessuu qabna.

✅​Network Mode፦ Network bilbila keenyaa 5G, 4G/3G/2G (Auto connect) irraa gochuun sirreessuu dandeenya.

​#EthioTelecom #DataTroubleshoot #MobileTips #AndroidHacks #Cholletech
351008
Cholle Tech logo
Cholle Tech

07 अक्टू॰ 2026, 20:19

✅️ Passwordii Huawei router akkamitti jijjiiruu dandeenya?

✍️Akkuma kanaan dura akkataa WiFi Router / modemii gargaara passwordii isaa akkamitti akka jijiruun danda'amu isiniif maxxanfamee ture. Har'a immoo Huawei router passwordii isaa akkamitti akka jijiruu dandeenyu steeppii kanaa gadii hordofnee jijjirachuu dandeenya.

👉Step1. Browser akka opera, chrome fi Firefox fa'a ni bananna.

👉Step 2. Ip address  192.168.100.1 jennee browserii bananne irratti search goona

👉Step3. Iddoo username fi password jedhuutti immoo bifa kanaa gadiitiin galchin
Username: telecomadmin
Password: admintelecom

Erga galchitaanii booda Login jettu

✍️Asi irratti Huawei router gosa baayyeen waan jiruuf (fkn Huawei E5885, Huawei 4g lte, Huawei B315) jedhee gosa baayyee waan qabuuf username fi password isaa router keessan irratti hundooftanii google irratti search gootanii argachuu dandeessu.

👉Step 4 :"Advanced" bakka jedhu irratti cuuqaftu/click gootu.

👉Step 5: "WLAN"  bakka jedhu irratti cuuqaftu/click gootu

WPA Presharedkey bakka jedhu kanatti paaswordii ofii keessaanii galchitu.

👉 Step 6 :"Apply" jettanii xumuruun passwordii Wifi keessaan  jijjiirachuun fayyadamuu dandeessu jechuudha.
420004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

06 अक्टू॰ 2026, 12:22

Photo1/2
✅️ Telegram Login code update

✍️Kanaan dura telegram account bilbila biroo irratti lakkoofsa keenyan login gochuuf yeroo jennu login code ykn verification code message dhaan nuuf ergamaa ture. Amma garuu dhaabbatni telegram tajaajilicha adda kutee jira.

✍️ Kanaafuu telegram account keenya two-step verification yoo hin qabne Gmail account ittiin baname yoo daganne account keenya argachuuf carraa 1qofa qabna.

👉Innis telegram account premium gochuun text message simiidhaan akka nuuf ergamu gochuudha. Kana gochuuf accountiin keenya #Username qabaachuu qaba. Telegram account keenya premium yoo goosisne telegram achirraa qarshii waan argatuuf text message nuuf erguu danda'a.

✅️Kanaafuu akka booda hin rakkanneef;

1. Telegram keenya irrattti two-step verification #On gochuu.

2. Password Gmail keenya irraanfachuu dhabuu ykn save godhachuu qabna.
359008
Cholle Tech logo
Cholle Tech

05 अक्टू॰ 2026, 15:55

Photo1/2
📱Namni biraa bilbila keenya hordofaa Jiraachuu akkamitti beekuu dandeenya?

Yoo namni bilbila keenya hordofuu yaale, nutis to'annoo qabaachuu qabna! Kunis ofeegumsa bilbila keenyaa cimsa.

👉 Akkamitti check gochuu/ sirreeffachuu dandeenya?

1️⃣ Settings seenna

2️⃣ Safety & Emergency filanna

3️⃣ Unknown Tracker Alerts kan jedhu irratti cuqaasna

4️⃣ Allow Alerts kan jedhu "ON" goona✅

🔔 Yoo akkas goonee sirreeffanne, namni biraa bilbila keenya hordofuuf yoo yaale notification nu qaqqaba jechuudha.

#PhoneSecurity #TrackerAlert #security #CholleTech #TechTips #TelegramPost
360003
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 अक्टू॰ 2026, 12:28

Photo1/2
✅ Telegram irratti Lakkoofsa Bilbilaa keenya nama biroo biratti akka mul’anne akkamitti gochuu dandeenya ?

💡 Namni isin hin beekne lakkoofsa keessan akka hin argine yoo barbaaddan, steeppii armaan gadii hordofaa:

1️⃣ Telegram. 

2️⃣ Gara Settings (⚙️ mallattoo gubbaa jiru) deemaa. 

3️⃣ Privacy and Security filadhaa.

4️⃣ Phone Number iddoo jedhu irratyi cuqaasaa. 

5️⃣ Who can see my phone number? jalatti: 
✅ Nobody kan jedhu filadhaa . 

6️⃣ Who can find me by my number? jalatti: 
✅ My Contacts ykn Nobody filadhaa. 

🔐 Erga kana gootan booda, lakkoofsi bilbilaa keessan nama isin hin beekne biraattis hin mul’atu!

#Telegram #Privacy #CholleTech #TechTipsAfaanOromoo
362004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

02 अक्टू॰ 2026, 18:31

📱Yeroo dheeraaf chaarjii irraa akka fagaattan yoo beektanii fi bilbilli keessan akka turu mirkaneeffachuu yoo barbaaddan haala humna qusachuu qofa ibsuu. Haala kanaan, waa’ee baatiriin gadi bu’uu yaadda’uu hin qabdu.


Jalqaba gara #Settings tti qajeeli, achiis #Battery and device care tuqi. #Battery tuqi, achiis Power saving tuqi. Iswiichii sana tuquun ibsuuf. Kunis wantoota tokko tokko meeshaa keessan irratti, kan akka fayyadama networkii duubaa fi walsimsiisuu ni daangessuu.

✅Filannoo humna qusachuu dabalataa akkasumas fayyadamuu dandeessa:


1.Yeroo hunda Agarsiisa Irratti Cufi: Kun amala Yeroo hunda Agarsiisa Irratti Argamu ni hanqisa.

2.Saffisa CPU gara 70%tti daangeessuu: Saffisa adeemsa meeshaa keessanii hir'isa.

3.Ifa %10 hir’isuu: Filannoo kana tuquun iskiriinii meeshaa keessanii %10n dukkanaa’aa.

✅Apps fi Home screen daangeessuu: Filannoon kun sochii duubaa daangessuudhaan, Home screen salphaa ta'e fayyadamuun, fi apps jiran daangeessuudhaan humna guddaa qusachuu siif kenna. Akkasumas Edge panels ni dhaamsa.

Filannoowwan kana ibsuuf ykn dhaamsuuf, Power saving hanqifamuu qaba. Erga sirreeffama barbaadde gootee booda, Power saving deebiftee ibsuu dandeessa. Akkasumas appii hin fayyadamne setting apps rafaa qabaniin rafuudhaan humna baatirii qusachuu dandeessu.

🔈Hubachiisa: Meeshaaleen One UI 2.5 fi isaa gadi qaban filannoowwan humna qusachuu adda addaa ni qabaatu, kanneen akka Optimized, Medium power saving, fi Maximum power saving. Filannoowwan kana argachuuf, Sajoo banaa, Device care tuqi, Battery tuqi, achiis Power mode tuqi‌‌
451004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

01 अक्टू॰ 2026, 14:52

🔐💸 Maallaqa Keessan Saamtoota Dijitaalaa Irraa Eegaadhaa!

❌ Dogoggora 6 fayyadamtoonni Mobile Banking Yeroo Kamiyyuu hojjachuu hin qabne.

Mobile banking fayyadamuun maallaqa keenya sochoosuu fi tajaajilamuuf salphaa taʼus, saamtoota fi yakka dijitaalaatiif karaa salphaa taʼuu dandaʼa. Kanaaf of-eeggannoo armaan gadii hordofuun baayʼee barbaachisaa dha 👇

1️⃣ PIN keenya namaaf qooduu dhabuu

❌PIN mobile banking keenya Lakkoofsota salphaa fayyadamuu him qabnu (1234, 0000, bara dhalootaa)

🔄 PIN keenya yeroo yeroon jijjiiruu.
🚫 Nama kamiifuu PIN keenya kennuu hin qabnu.

2️⃣ Koodii OTP namaaf kennuu dhabuu

📩 Koodiin lakkoofsa 4 ykn 6 SMS’n dhufu Kan dhuunfaa keenya qofa.

🚨 OTP kennuun = furtuu maallaqa kee kennuu dha

3️⃣ Liinkii sobaa (Phishing) irraa of-eeguu.

⚠️ Ergaan akka “Herregni kee cufameera” ykn “Badhaasa moʼatteetta” jedhan fa'a soba waan ta'eef soba ta'uu irraa of eeguu.

🔗 Liinkii shakkisaa tuquu him qabnu.
📞 Lakkoofsa bilbila baankii Isa sirrii qofa beeknee fayyadamuu (fakkeenyaaf CBE: 951)

4️⃣ Appii baankii Isa sirrii qofa fayyadamuu

✅ Appii baankii Play Store ykn App Store irraa qofa buufachuu qabna.
🚫 Appii Telegram ykn Bluetooth irraan nuuf ergame install gochuun fayyadamuu dhabuu
🔄 Appii yeroo yeroon update gochuu.

5️⃣ Wi-Fi uummataa fayyadamuu irraa of qasachuu

📡 Kaafee, hoteela ykn buufata xiyyaaraa kessssatti mobile banking fayyadamuu irraa of qasachuu qabna.

📱Yeroo Mobile banking fayyadamuu Deetaa bilbila mataa keenyaa qofa fayyadamuu qabna.

6️⃣ Bilbila keenya eegachuu

🔒 Screen lock (PIN, Fingerprint ykn Face ID) bilbila keenyatti godhachuun fayyadamuu.

🚪 Mobile banking fayyadamnee yoo xumurre logout gochuu qabna.

📩 SMS alert banachuun– sochiin maallaqaa keenya baruun barbaachisaadha.

🚨 Bilbilli keenya yoo bade ykn maallaqni yoo hatame:

☎️ Mobile banking keenya ariitiin akka cufamu gochuu.
📵 SIM card keenya dafnee cufsiisuu.

✅ Namoota biroof share gochuun hattuu digitaalaa irraa of eegaa.

#Cholletech #mobilebankingfraud #info #techtips
410002
Cholle Tech logo
Cholle Tech

26 सित॰ 2026, 10:47

𝑻𝑽 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝑾𝒊-𝑭𝒊 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒍𝒒𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒔𝒊𝒊𝒔𝒖𝒖𝒏 (𝒄𝒐𝒏𝒏𝒆𝒄𝒕 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏) sagantaalee adda addaa, viidiyoo fi fiilmii toora intarneetii irraa kallattiin daawwachuuf filannoo gaariidha. Haalli itti fayyadamaa fi walqunnamsiisuu akkaataa gosa TV keessanii irratti hundaa'a.

1.𝑨𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑺𝒎𝒂𝒓𝒕 𝑻𝑽 𝑾𝒊-𝑭𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑾𝒂𝒍𝒒𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏
Yoo TV'n keessan Smart TV (kan intarneetii ofiin fudhatu) ta'e, tarkaanfiiwwan armaan gadii hordofaa:

=>>𝑺𝒆𝒕𝒕𝒊𝒏𝒈𝒔 𝑩𝒂𝒏𝒂𝒂:Rimoottii (Remote) TV keessanii irraa furtuu Settings ykn mallattoo giirii (⚙️) tuqaa.

=>>𝑵𝒆𝒕𝒘𝒐𝒓𝒌 𝑭𝒊𝒍𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂: Kan itti aanee dhufu keessaa filannoo Network ykn Network & Internet jedhu barbaadaa.

=>>𝑾𝒊-𝑭𝒊 𝑺𝒂𝒂𝒒𝒂𝒂:Itti aansuun Wi-Fi ykn Wireless kan jedhu filachuun 'On' godhaa.

=>>𝑴𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑾𝒊-𝑭𝒊 𝑭𝒊𝒍𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂: Maqaa Wi-Fi keessanii (Network name) tarree dhufe irraa filadhaa.

=>>𝑰𝒄𝒄𝒊𝒕𝒊𝒊 𝑮𝒂𝒍𝒄𝒉𝒂𝒂: Iccitii (Password) Wi-Fi keessanii sirritti galchaa, sana booda Connect ykn OK tuqaa. "Connected" kan jedhu yoo agarsiise milkooftaniittu.

2. 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝑽'𝒏 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝑺𝒎𝒂𝒓𝒕 𝑻𝑽 𝑻𝒂'𝒖𝒖 𝑩𝒂𝒂𝒕𝒆 𝑯𝒐𝒐?
TV'n keessan bifa durii ykn intarneetii kan ofiin hin fudhanne yoo ta'e, meeshaalee dabalataa fayyadamuun gara Smart TV'tti jijjiiruu dandeessu:

=>>𝙏𝙑 𝘽𝙤𝙭(Fakkeenyaaf, Android TV Box ykn Apple TV): Meeshaalee kana karaa portii HDMI TV keessaniin walqunnamsiisuun Wi-Fi itti guuttee appilikeeshiniiwwan adda addaa buufachuu dandeessu.

=>>𝑪𝒉𝒓𝒐𝒎𝒆𝒄𝒂𝒔𝒕 𝒚𝒌𝒏 𝑭𝒊𝒓𝒆 𝑻𝑽 𝑺𝒕𝒊𝒄𝒌: Meeshaa xiqqaa flash USB fakkaatu kana HDMI TV irratti suuquun, bilbila keessan (fakkeenyaaf Infinix ykn Honor kamiyyuu) irraa kallattiin gara TV'tti viidiyoo dabarsuu (cast gochuu) dandeessu.

𝑭𝒂𝒂𝒚𝒊𝒅𝒂𝒂𝒘𝒘𝒂𝒏 𝑻𝑽 𝒇𝒊 𝑾𝒊-𝑭𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒒𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒔𝒊𝒊𝒔𝒖𝒖𝒏 𝑸𝒂𝒃𝒖:

=>>𝑨𝒑𝒑𝒊𝒍𝒊𝒌𝒆𝒆𝒔𝒉𝒊𝒏𝒊𝒊𝒘𝒘𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒖𝒖:YouTube, Netflix, Amazon Prime, fi kanneen biroo bilbila malee TV irraa kallattiin daawwachuu.

=>>𝙎𝙘𝙧𝙚𝙚𝙣 𝙈𝙞𝙧𝙧𝙤𝙧𝙞𝙣𝙜 (𝙠𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙩𝙞𝙞𝙣 𝘿𝙖𝙗𝙖𝙧𝙨𝙪𝙪):Suuraa, viidiyoo, ykn geemii bilbila keessan irra jiru guutummatti Scriinii bal'aa TV irraatti mul'isuu.

=>>𝑾𝒆𝒃 𝑩𝒓𝒐𝒘𝒔𝒆𝒓: Akka kompiwtaraatti weebsaayitoota adda addaa odeeffannoo dubbisuu ykn barbaaduu.

=>>𝑺𝒐𝒇𝒕𝒘𝒂𝒓𝒆 𝑼𝒑𝒅𝒂𝒕𝒆: software TV keessanii yeroo yeroon fooyyessuun (update gochuun) nageenya fi saffisa meeshaa keessanii eeguu.
571006
Cholle Tech logo
Cholle Tech

20 सित॰ 2026, 12:24

✅Best Websites for Students 📚

Mathematics ➕
math.stackexchange.com
geogebra.org

chemistry 🧪
chemguide.com
compoundchem.com

Physics 🍎
physicsclassroom.com
physicsfox.org/fundamentals/what-is-physics

Coding 💻
html.com : Beginner HTML learning
javascript.info : Complete JavaScript guide
angular.dev/tutorials : Angular tutorials.
nextjs.org/learn : Next.js official education

Medical and health ⚕️
healthline.com
kenhub.com
verywellhealth.com
humanbiomedia.org

Mathematics Stack Exchange

Q&A for people studying math at any level and professionals in related fields

753006
Cholle Tech logo
Cholle Tech

16 सित॰ 2026, 22:50

‎Garaagarummaa PROFIT fi PROFITABILITY Gidduu Jiru Maali?
‎
‎Fakkeenya...
‎
‎Meeshaalee lama wal bira qabnee haa ilaallu:
‎
‎Meeshaan Tokko:
‎- Qarshii 700n bitamee 1,000tti gurgurama.
‎
‎ PROFIT ykn BU'AAn isaa 1000 - 700 = 300
‎
‎Profit meeshicha kanarra argamu qarshii 300 ta'a jechuudha.
‎

‎Meeshaa lammaffaa:
‎- Qarshii 300n bitamee 500tti gurgurama.
‎
PROFIT isaa = 500 - 200 = 300
‎
‎Kunillee PROFIT isaa qarshii 300 ta'a jechuudha.
‎
‎Qarshiidhaan yoo ilaalle... lachuu BU'AA walqixa ta'e argamsiisu, qarshii 300.
‎
‎Garuu...
‎Parsantiidhaan yoo ilaalle:
‎
‎Inni duraa:
Profit % = (300 / 1000) × 100 = 30%
‎
‎Inni lammaffaa:
Profit % = (300 / 500) × 100 = 60%
‎
Kamtu irra bu'aa qabeessa?
‎Isa lammaffaadha.
Maaliif?
‎
PROFIT isaa parsantiidhaan yoo ilaallu %60dha.
‎
‎Kanaaf, PROFITABILITY gaarii qaba jechuudha.
‎
‎Kanaaf,
‎
‎garaagarummaan isaanii:
‎
· ROFIT = Bu'aa = lakkoofsaan ibsama
‎
· ROFITABILITY = Bu'a Qabeessummaa = Parsantiidhaan (%) ibsama.
‎
‎Salphumatti, meeshaa jalqabaa sana irratti xiyyeeffachuurra, kan lammaffaa irratti yoo xiyyeeffatte irra bu'aa gaarii argatta jechuudha.
‎
‎Akka daldalaa tokkootti…
‎Bu'a qabeessammaa daldala kee sirriitti hubachuuf parsantiidhaan safaruu qabda.


Haata'u malee, meeshaa kamtu irra dafee dafee gurgurama waan jedhus ilaalcha keessa galchuun barbaachisaadha.
723006
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
✅Namoota Hojii Online nuuf barbaadi jechaa turtaniif

💸Appii haaraa kana osoo viral hin bahin Akka isin hin dababarre Ammuma jalqaba💵

👉 85$… ol irratti hojjatamaa jira namoonni fedhii qabdan jalqabaa 🔥

👉10$ irraa jalqabee WITHDRAW gochuun ni danda'ama.💸

🔎Jalqaba 👉appicha download gochuun itti aansee 👉accountii create gochuun google fayyadamuun 👉signup goona. Nama tokkoof account tokko qofa create gochuu danda'a. Itti aansee ME kan jedhu irra galuun Verify☑️ kan jedhu filachuun Face verify Xumura ☑️

💵Family hojii kana sirritti hojjadhaa.

☑️Jalqabuuf👇
APP LINK👇
https://www.yagolive.com/scode/25954

Invitation Code 👉 950651

✅ Agent ID 👉 950651

https://t.me/yagoglobal #yagoglobal
#Yago #YagoCreator
566005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

ODUU GAMMACHIISAA 💐 🥳

Projeektoota 2025 irraa kasnee  hojjataa ture Product Design, Mobile App Development fi Web App Development keessaa filadhee sample isaa akka isa kana. 👉
https://tirmizikasim.vercel.app/

🪡Wajjiin hojjachuufi balbali banaadha. Keessan nu dubbisaa😍
436005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

‎𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 irratti guddachuu yoo feete, 𝗟𝗶𝗻𝗸 isaa 𝗙𝗮𝗰𝗲𝗯𝗼𝗼𝗸 irratti hin maxxansin. Achumatti cimii hojjedhu.
‎
‎Yookaan 𝗟𝗶𝗻𝗸 qoodurra:
‎
‎Namni fedhe 𝘀𝗲𝗮𝗿𝗰𝗵 godhee akka si argatuuf maqaa 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 kee ykn 𝘁𝗶𝘁𝗹𝗲 viidiyoo kee qoodi.
‎
‎Kuni 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 kee fi 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 sirriitti wal barsiisa.
‎
‎Namni tokko tokko 𝗟𝗶𝗶𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 isaa as 𝗙𝗮𝗰𝗲𝗯𝗼𝗼𝗸irra fidee, "Maaloo dhaqaa naaf ilaalaa" jedha.
‎
‎Karaa biraatiin, 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 kee ajjeesaa jirta jechuudha, keessumaa nama reefuu gara 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 dhufe abdii kutachiisa.
‎
‎Sababni isaa, 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 namoota karaa 𝗟𝗶𝗻𝗸 dhufan ykn 𝗲𝘅𝘁𝗲𝗿𝗻𝗮𝗹 𝘁𝗿𝗮𝗳𝗳𝗶𝗰 sirriitti beeka; akka 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗺𝗲𝗻𝘁ti hin lakkaa'u.
‎
‎Kana taanan 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 isaanii 𝗶𝗴𝗻𝗼𝗿𝗲 si godha, viidiyoo kee 𝘀𝘂𝗴𝗴𝗲𝘀𝘁 gochuu ni hir'isa ykn ni dhaaba.
‎
‎Maal na dhibehoo? 😄
476004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
✅ Telegramiin Keessan BAN osoo hin taane Setting kana ammuma sirreessuu qabdu:

➡️ Kanaan dura Telegram keenya osoo hin fayyadamin yeroo yoo ture (Self distructive) isaa hanga ji'a 12 qofa ture amma gara ji'a 24 ykn Waggaa 2 tti guddatee jira. Kana jechuun accountii Telegram Keessan yoo hin fayyadamne ta'e hanga Waggaa 2 active ta'ee turuu danda'a. Kanaafuu setting kana sirreeffadhaa.

➡️ Setting ➡️ private and security➡️ Xumura irratti if away for kan jedhu filachuun akka photo irratti mul'atutti 24 Months kan jedhu giladhaa.
690007
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
📧Email keessan irratti site garaagaraa irratti galmooftanii Notification isin rakkisaa jira yoo ta'e furmaanni👌isaa kinooti👉:-

✔️Gara Email keessanii erga seentan tuqaa sadi harka bitaa irra jiru keessa seenuun "Manage Subscription " kan jedhu filattanii seenuun site garaagaraa irratti galmooftanii turtan argattu, San booda site barbaddan irratti tuquun"Unsubscribe " gochuun ofirraa dhaabuu ykn kutuu dandeessu. Jirtu kaa👍
979006
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
✅Google yeroo dheeraaf eegamaa kan ture Gmail address jijjiruun akka danda'amu ifa godheera.

​Kanaafuu, Gmail address yeroo ijoollummaa keessanitti akka tasaa baanattan har'aa kaastanii jijjiirrachuu dandeessu.

Fakkeenyaaf, kan [email protected] ture gara [email protected] tti jijjiiruu dandeessu.

👉​Kanas gochuuf settings bilbila keessanii keessa galuun: Google services — Manage your Google account —- Personal info —- Email —- Google account Email — change Google account Email

👉​Irra deebitanii jijjiiruu yoo barbaaddan waggaa 1 eeguu isin barbaachisa. Kanaafuu of-eggannoo godhaa.

#techinfo #cholletech #Gmailchange #AndroidTips
1,060004
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
✅ Application CBE yeroo banuuf jettsn
"Suspicious Accessibility Service" jechuun isiniif banuu didee isin rakkisa taanaan haala armaan gadiitiin sirreeffachuu dandeessu.

⚫Settings keessa seenuun Accessibility kan jedhu filattu

⚫Installed Apps kan jedhu keessa yeroo seentan appiilee On ta'an off gochuun keessaa baatuu.

👍Dhumarratti application CBE bantanii turtan cufuun ykn clear gochuun irra deebi'uun bantanii fayyadamuu dandeessu.

#techinfo #cholletech #AndroidTips #cbeapp
833006
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

‎Miidiyaa hawaasaa irratti 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗺𝗲𝗻𝘁 baayyee barbaachisaadha.
‎
‎Yeroo hunda waan sirrii yoo maxxansite... namni afaanumaan "wow" jedhee bira darba (malee 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗱 hin godhu).
‎
‎Namni dura maxxansa kee arge 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲 hin godhu taanaan... keessumaa 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 hin godhu taanaan... 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 maxxansa kee 𝗽𝘂𝘀𝗵 gochuu hir'isaa deema.
‎
‎𝗔𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 kan ilaalu: hammam dhugaa dubbatte odoo hin taane... nama meeqatu 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗱 godhe waan jedhu qofa beeka.
‎
‎Kanaaf... namni akka 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 godhuuf waan haasofsiisaa ta'e itti makuu qabda jechuudha.
‎
‎Fakkeenyaaf... dubbii kee keessatti dogoggora xiqqoo makuun... namni akka irratti haasa'u ni taasisa.
‎
‎Maxxansi kee 𝘃𝗶𝗿𝗮𝗹 taasisuuf:
‎
‎𝗟𝗶𝗸𝗲 baayyee humna hin qabdu.
‎
‎𝗖𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 baayyee barbaachisaadha (akka yaada 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 miidiyaa hawaasaatti... namni yeroo itti kennee 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 yoo godhe... maxxansichi barsiisaadha jedhee yaada. Kanaaf nama baayyee biraan siif gaha)
‎
‎Garuu... 𝘀𝗵𝗮𝗿𝗲 fi 𝘀𝗮𝘃𝗲 caalaatti humna qabu.
‎
‎Namni baayyeen maxxansa kee 𝘀𝗮𝘃𝗲 goonan... maxxansichi namoota baayyee bira gaha.
‎
‎Waan ati beekuu qabdu... namni maxxansa kee 𝘀𝗮𝘃𝗲 kan godhu... yoo kan irraa baratan ta'e qofa. Kana jechuun maxxansi kee 𝗮𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee waliin 𝗿𝗲𝗹𝗲𝘃𝗮𝗻𝘁 ta'uu qaba. Maal jechuudha?
‎
‎Fakkeenya:
‎
‎𝗔𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 koo namoota 𝗮𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 barachuu barbaadani. Kanaafuu... waa'ee 𝗯𝗶𝗼𝗹𝗼𝗴𝘆 odoo maxxansee namni 𝘀𝗮𝘃𝗲 godhu hin jiru.
‎
‎Garuu... waa'ee 𝗮𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 yoon maxxanse nama baayyeetu yeroo biraa dubbisuuf 𝘀𝗮𝘃𝗲 godhata.
‎
‎Kanaaf... yeroo maxxansitu 𝗮𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee ilaalcha keessa galchuun baayyee barbaachisaadha.

𝗔𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee eenyu? Isaan beekuu qabda.
1,000007
Cholle Tech logo
Cholle Tech

04 सित॰ 2026, 08:28

Photo
✅WhatsApp Username Eegaleera!

Kanaan dura WhatsApp irratti namoota waliin haasa'uuf ykn ergaa walii barreessuuf lakkoofsa bilbilaa kennuun dirqama akka ture ni yaadatama. Kuni immoo iccitii keenya eeggachuuf rakkisaa ture.

🎉 Garuu amma booda rakkoon kuni furameera! Akkuma Telegram lakkoofsa bilbilaa keessan malee Username qofaan namoota qunnamuu ni dandeessu.

🛠️ Akkaataa Itti Banan (How to setup):
1. WhatsApp keessan banaa.
2. Settings keessa seenaa.
3. Account kan jedhu cuqaasaa.
4. Username kan jedhu tuquun maqaa username keessan kan barbaaddan galchaa!
803008
Cholle Tech logo
Cholle Tech

01 सित॰ 2026, 12:21

Photo1/2
#Bu’aa_Qormaata_Remidiyalii
Barattoonni bara 2018 A.L.I. sagantaa Remidiyalii keessatti barnoota isaanii hordofaa turan bu’aan qormaata isaanii gadhiifameera.
Bu’aa keessan ilaaluuf:
👉 https://result.ethernet.edu.et seenaa.
Ergasii:
Remedial Examination jedhu jalatti View Results kan jedhu cuqaasaa.
Username keessan galchaa.
Bu’aa qormaata keessanii ilaalaa.
Qormaata sagantaa Remidiyalii biyyaalessaa, kan Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 03/2018 A.L.I. kenname irratti, waliigalaan qormaata fudhattoonni 53,620 hirmaachuu isaanii Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksisuu isaa ni yaadatama.
#RemedialResult
985005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

29 अग॰ 2026, 14:20

Baankiin Biyyaalessaa dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaaf eeyyama hin qabne ifoomse


Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa hawaasni, miseensonni diyaaspooraa fi maamiltootni bakka bu’oota dhaabbilee dabarsa maallaqaa eeyyama hin qabne akka hin fayyadamne akeekkachiisera.

Baankichi ibsa baaseen, hojiiwwan seeraan alaa kun seera Itoophiyaatiin kan dhorkaman ta’uu ibseera.

Karaa seeraan alaa kanaan maallaqa erguun yookaan fudhachuun maamiltoota kasaaraa maallaqaa guddaa, harkifannaa kaffaltii, herrega baankii cufamuu ykn daangessuu, akkasumas itti gaafatamummaa seeraa jala ooluu akka danda’aniif saaxila jedheera.

Maallaqni gara biyya keessaa seenu dabalaa dhufuu waliin walqabatee, lammiileen karaa dabarsa maallaqaa eeyyama seeraa qaban qofa akka fayyadaman Baankiin Biyyaalessaa gorseera.

Karaa seeraan alaa fayyadamuun namoota maallaqa erganis ta’e maatii maallaqa sana fudhatan, seerota hojiirra jiran irratti hundaa’uun tarkaanfii bulchiinsaa fi seeraa jala oolchuu akka danda’u hubachiiseera.

Dabalataanis, Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaa Itoophiyaatti kennuuf eeyyama hin qabne 17 maqaa isaanii eeruun ifoomsera.

Bu’uuruma kanaan;

➡️Adulis Money Transfer
➡️Amal Express
➡️Amal USA
➡️Amana Express
➡️Avanti
➡️Awash Direct
➡️Bakal Money Transfer
➡️Juba Express
➡️Rasmi Pay
➡️Remad Pay (yookaan Ramada Pay Kah)
➡️Shigey Money Transfer
➡️Taj Financial Service
➡️Tasa Pay
➡️Tewakel Money Services
➡️USWire
➡️World Direct Link
➡️Zola

Dhaabbileen kunneen tajaajila dabarsa maallaqaa kennuuf eeyyama seeraa kan hin qabne ta’uun ibsameera.

Maamiltoonni nageenya maallaqa isaanii eeguuf, akkasumas maallaqni isaanii karaa amanamaa ta’een qaama barbaadame bira ga’uu isaa mirkaneessuuf, bakka bu’oota dabarsa maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaatiin eeyyamni seeraa kennameef qofa akka fayyadaman baankichi hubachiiseera.

Dabalataan, maallaqa kamiyyuu osoo hin dabarsin dura, dhaabbanni dabarsa maallaqaa filatame seeraan eeyyamameera moo hin eeyyamamne jechuun mirkaneessuuf marsariitii Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa https://nbe.gov.et/mta/ seenuun ilaaluun akka danda’amu baankichi beeksiseera.

National Bank of Ethiopia

MTA - National Bank of Ethiopia

Money RemittanceTransfer Agencies The National Bank of Ethiopia (NBE) reminds the public that providing or using unlicensed money remittance and transfer services is illegal and punishable under Ethiopian law. Money remittance and transfer services include…

867005
Cholle Tech logo
Cholle Tech

28 अग॰ 2026, 13:43

✅‎Namni ogummaa kana qabu 𝗗𝗮𝘁𝗮 𝗔𝗻𝗮𝗹𝘆𝘀𝘁 jedhama.
‎
‎Ogeessa kana ta'uu yoo barbaadde:
‎
‎1. Dura 𝗘𝘅𝗰𝗲𝗹 baradhu.
‎2. Itti aansii 𝗦𝗤𝗟 baradhu.
‎3. Isaan booda 𝗦𝘁𝗮𝘁𝗶𝘀𝘁𝗶𝗰𝘀 baradhu.
‎4. Itti fufii 𝗣𝘆𝘁𝗵𝗼𝗻 baradhu.
‎5. Isaan booda 𝗗𝗮𝘁𝗮 𝗖𝗹𝗲𝗮𝗻𝗶𝗻𝗴 𝗶𝗻 𝗣𝗮𝗻𝗱𝗮𝘀 baradhu.
‎6. Dhuma irratti 𝗣𝗼𝘄𝗲𝗿 𝗕𝗜 baradhu.
‎
‎Akkamitti?
‎
‎- 𝗘𝘅𝗰𝗲𝗹 barachuuf: https://youtu.be/pCJ15nGFgVg?si=SONcTaGYLy8AgNve
‎
‎- 𝗦𝗤𝗟 barachuuf: https://youtu.be/OT1RErkfLNQ?si=-AJIUMcGMToJHzsK
‎
‎- 𝗦𝘁𝗮𝘁𝗶𝘀𝘁𝗶𝗰𝘀 barachuuf: https://youtu.be/Vfo5le26IhY?si=wZY8hqJtv87d9VYS
‎
‎- 𝗣𝘆𝘁𝗵𝗼𝗻 barachuuf: https://youtu.be/K5KVEU3aaeQ?si=QYwAz04oHKZFqrcw
‎
‎- 𝗗𝗮𝘁𝗮 𝗖𝗹𝗲𝗮𝗻𝗶𝗻𝗴 𝗶𝗻 𝗣𝗮𝗻𝗱𝗮𝘀 barachuuf: https://youtu.be/bDhvCp3_lYw?si=cKLysQwdDasazqZ0
‎
‎- 𝗣𝗼𝘄𝗲𝗿 𝗕𝗜 barachuuf: https://www.youtube.com/live/c-zlMcdIqk0?si=FWnUIKku7B1Kqj9s
Video Thumbnail
670009
Cholle Tech logo
Cholle Tech

26 अग॰ 2026, 23:10

Photo1/2
‎Dur Telegram kee 𝗟𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf... koodiin 𝗦𝗠𝗦dhan bilbila kee irratti siif ergama ture.
‎
‎Amma garuu Telegram tajaajila SMS dhaabeera.
‎
‎Sababni:
‎Ethio Telecom qarshii guddaa nu gaafate jedhu. (Screenshot kana ilaali)
‎
‎Kanaaf koodiin duraan karaa 𝗦𝗠𝗦 nuuf ergamaa ture gara 𝗘𝗺𝗮𝗶𝗹tti jijjiirame.
‎
‎Kanaafuu:
‎Telegram kee irratti 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 kee dabaluu qabdu.
‎
‎Yoo 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 itti hin daballe... akka tasaa 𝗹𝗼𝗴𝗼𝘂𝘁 yoo goote, deebitee 𝗹𝗼𝗴𝗶𝗻 gochuuf Telegramiin kee 𝗽𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 ta’uu qaba.
‎
‎𝗣𝗿𝗲𝗺𝗶𝘂𝗺 gochuuf immoo TON ykn USDT qabaachuu qabda.
‎
‎Odoo rakkoon kun si hin muudatin waan godhuu qabdu:
‎
‎• Telegram kee 𝗲𝗺𝗮𝗶𝗹 waliin walqunnamsiisi
‎
‎• Two-Step Verification enable godhi
‎
‎• Password cimaa-yaadachuu dandeessu itti godhi.
‎
‎Kana yoo goote Telegram kee rakkoo kanaaf hin saaxilamu.
6970012
Cholle Tech logo
Cholle Tech

25 अप्रैल 2026, 06:53

Photo
🇪🇺 Gara Awurooppaa Imaluu Barbaadduu? (Hojii ykn Barnootaaf)

Namootni hojiidhaaf ykn carraa barnootaa (Scholarship) argachuuf gara biyya Awurooppaatti Apply gochuu barbaaddan, ulaagaan jalqabaa fi dirqama ta'e CV qulqullina qabuudha. CV kunis sadarkaa gabaa Awurooppaa kan eeggate "Europass CV" jedhamuun beekama.
Europass CV keessan salphaatti toora interneetii irratti banachuuf (create gochuuf) weebsaayitii baayyee isin gargaaru qabu kan armaan gadii fayyadamaa:

🔗 Link: https://europass.europa.eu/en

Maaliif Europass CV fayyadamna?

* ✅ Sadarkaa idil-addunyaa (EU) kan eeggate dha.

* ✅ Akkaataa dandeettii fi muuxannoo keessaniin qopheessuuf salphaa dha.

* ✅ Carraa fudhatama argachuu keessan ni dabala.

Odeeffannoo akkasii yeroo yeroon argachuuf #Share gochuun nu deggaraa!

#Cholletech #EuropassCV #StudyInEurope #WorkInEurope #Scholarship #Ethiopia
560003

दिखा रहे हैं 30 में से 39 पोस्ट

रेटिंग

लॉगिन आवश्यक है

अक्सर पूछे जाने वाले प्रश्न

Cholle Tech टेलीग्राम चैनल किस बारे में है?+

Cholle Tech (@cholletech) tgdio पर टेक न्यूज़ श्रेणी में सूचीबद्ध एक टेलीग्राम चैनल है। इस प्रोफ़ाइल पर रैंकिंग, रेटिंग, समीक्षाएँ और हाल की पोस्ट देखकर आप टेलीग्राम पर सब्सक्राइब करने से पहले तय कर सकते हैं। इस समय tgdio पर इसके लगभग 10,787 सब्सक्राइबर हैं।

मैं Cholle Tech (@cholletech) को टेलीग्राम पर कैसे जॉइन करूँ?+

tgdio पर चैनल प्रोफ़ाइल खोलें, फिर Join / Open in Telegram बटन से @cholletech को टेलीग्राम ऐप या वेब पर खोलकर मुफ़्त सब्सक्राइब करें।

क्या Cholle Tech एक अच्छा टेक न्यूज़ चैनल है?+

tgdio पर आप जॉइन करने से पहले Cholle Tech की रेटिंग, यूज़र रिव्यू, रैंकिंग और लेटेस्ट पोस्ट देख सकते हैं। इस समय tgdio पर इसके लगभग 10,787 सब्सक्राइबर हैं। उसी श्रेणी के अन्य टेक न्यूज़ चैनलों से तुलना करें।

Cholle Tech के स्टैट्स और लेटेस्ट पोस्ट कहाँ देखूँ?+

tgdio पर @cholletech चैनल पेज खोलें — सब्सक्राइबर स्टैट्स, रैंकिंग, रेटिंग और हाल की पोस्ट वहाँ मिलेंगी। ज़्यादा ग्रोथ/एक्टिविटी चार्ट के लिए प्रोफ़ाइल पर Stats लिंक इस्तेमाल करें।